Jump to content

Bacawwii

Wikipedia irraa
Suuraa Busaa —gosa dhukkuba daddarbaa

Bacawwiin tishuuwwan qaama orgaanizimii tokkoo wantoota dhukkuba -fidan weeraruudha. Dhukkubni kun kan dhufu wantoonni weerartootaa baay’achuu isaaniiti. Akkuma baay'achaa deemaniin sunkii(toxins) uumuun tishuuwwan keessummeessituu ni miidhu . [1] Dhukkubni bacawwii, 'dhukkuba daddarboo' ykn 'dhukkuba bocoo' jedhamuunis kan beekamu, dhukkuba bacawwii irraa maddudha.

Dhukkuboota daddarboo beekamoo[gulaali | lakkaddaa gulaali]

Dhukkuboota baakteeriyaan dhufan[gulaali | lakkaddaa gulaali]

  • Dhukkuba Darayoo sombaa - TB jedhamuunis ni waama .
  • horrii bubonic
  • Qakkee (Pertussis) - qufaa gogaa jedhamuunis ni waama
  • qurcii

Dhukkuboota vaayirasiin dhufan[gulaali | lakkaddaa gulaali]

  • AIDS / HIV
  • Dhukkuba tiruu B
  • Pooliyoo
  • dufkaka
  • Infuleenzaa - utaalloo jedhamuunis ni waamama .
  • COVID-19

Dhukkuboota fangasiitiin dhufan[gulaali | lakkaddaa gulaali]

  • Afaffaa
  • roobbii
  • Dhukkuba Kirpitookookoosii jedhamu
  • Dhukkuba Kaandiidaa
  • Miila atileeti

Dhukkuboota maxxannee ykn dhortuu irraan dhufan[gulaali | lakkaddaa gulaali]

Dhukkuboota pirootiiniin dhufan[gulaali | lakkaddaa gulaali]

  • Prions pirootiinota akka dhukkuba daddarboo ta’anii hojjetanidha.

Dhukkuboota daddarboo hedduudhaan dhufan[gulaali | lakkaddaa gulaali]

Infeekshiniin tokko tokko yeroo adda addaatti wantoota daddarboo adda addaatiin kan dhufudha. Fakkeenyaaf, garaacha tokko tokko baakteeriyaa irraa kan dhufudha. Gariin ammoo vaayirasiin kan dhufudha.

  • Garaa kaasaa
  • sombeessaa
  • qomjalloo

Kun tarree baayyee gabaabaa dha. Dhukkuboonni infekshinii fi sababoota biroo irraa dhufan hedduutu jiru: dhukkuboota beekamoo .

  1. Definition of "infection" from several medical dictionaries - Retrieved on 2012-04-03